Ispoortii
Arsenaalii fi Biraayitan qixa addaan ba’an
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 3ffaan Arsenaal dirree isaarratti Biraayitan Hoof Albiyooniin keessummeessuun qixa 1 fi 1’n addaan ba’aniiru.
Gama biraatiin Maanchister Siitiin galgala sa’aatii 1:30 irraa eegalee Westihaam waliin taphni gaggeessu kan eegamuudha.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Dorgommiiwwan sadii Itiyoophiyaanonni ni injifatuun eegamu har’a ni gaggeeffamu
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Har’a kan xumuramu Shampiyoonaan Atleetiksii Idil Addunyaa Umrii 20 gadiin dorgommiiwwan sadii Atileetonni Itiyoophiyaa ni injifatuun eegaman ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan dorgommii xumuraa fiigicha…
Atileet Siimboo Alamaayyoon rikardii dorgommichaa fooyyessuun meedaaliyaa Warqee injifatte
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Dorgommii Shaamiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Umrii Waggaa 20 gadiin Atileet Siimboo Alamaayyoon fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 rikardii bakkichaa fooyyessuun injifatte.
Simboon fageenyicha…
Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan har’a fiigichi xumuraa Atileetoonni…
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) –Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa20 gadii Peeruu magaalaa Liimaatti gaggeeffamaa jiruun har'a fiigichi xumuraa Atileetoonni Itiyoophiyaa injifannoof itti eegaman 4 ni…
Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa shaampiyoonaa ta’e
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF tapha gulaallii biyyoota CECAFAtiin, Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa kilaba Kubbaa Miilaa keeniyaa Poolis buuleetis injifachuun Shaampiyoonaa ta’eera…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin har’a fiigichi xumuraa gufachiisa meetira…
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Peeruu magaalaa Liimaatti gaggeeffamaa jiruun har’a fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 koorniyaa lamaaninuun ni gaggeeffama.
Fiigicha…
Dorgommiiwwan Fiigichaa Itiyoophiyaan irratti hirmaattu lama ni gaggeeffamu
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Atleetiksii umrii 20 gadii Peeruu Liimaatti gaggeeffamu har’a ni jalqaba.
Sagantichaan dorgommiiwwan Itiyoophiyaan irratti hirmaattu lama har’a ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan halkan…