Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin har’a fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 koorniyaa lamaaninuu ni gaggeeffama

Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Peeruu magaalaa Liimaatti gaggeeffamaa jiruun har’a fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 koorniyaa lamaaninuun ni gaggeeffama. Fiigicha gufachiisa meetira kuma 3 dubartoota gidduutti halkan sa’aatii 7:37 eegalee gaggeeffamuun Atileet Siimboo…
Read More...