Ispoortii
Shaampiyoonaan Atileetiksii Kilaboota Itiyoophiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)-Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Kilaboota Itiyoophiyaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommichi har’a utalchoo dheeraa dubartootaan kan eegale yoo ta’u, Baankii Daldalaa Itiyoophiyaarra Atileet Paach Umad meetira 5.95 utaaluun injifatteetti.
Akkasumas Baankii Daldalaa Itiyoophiyaarraa Atileet…
Read More...
Itiyoophiyaan ‘Foorfeedhaan marsaa itt aanuuf dabarte
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)-Tapha gulaallii kubbaa miilaa dubartoota Umrii 17 gadiin Itiyoophiyaan Foorfeedhaan Marsaa itt aanuuf dabarte.
Taphicha marsaa jalqabaan Itiyoophiyaa fi Zimbaabuween waliin morkachuuf sagantaan ba’uun ni…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni tibba ayyaana qillee har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 19ffaan morkiin tibba ayyaana qillee har’as itti fufuun ni taasiifamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:45 eegalee Astoon Viilaan - Biraayitan, Ipisiiwiich Taawoon -…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee 19ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee 19ffaan tapha har'a Leesiister Siitiin Maanchiister Siitii keessummeessuun eegalama.
Har'a waaree booda sa'aatii 11:30 eegalee Leesister Siitii Maanchister…
Dorgommii Kubbaa Saaphanaa Kilaastira Lixaa Kilabni Yuunivarsiitii Wallaggaan olaantummaan xumure
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Wal dorgommiin Kubbaa Saaphanaa Kilaastira Lixaa Magaalaa Naqamteetti geggeeffamaa ture olaantummaa Kilaba Yuunivarsiitii Wallaggaa goolabameera.
Qopheessummaa Federeeshinii Kubbaa Saaphanaa Oromiyaa fi…
Tapha Waancaa Itiyoophiyaan Shaggar marsaa 3ffaaf darbe
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Tapha Waancaa Itiyoophiyaa marsaa 2ffaa tapha 2ffaa har’a taphatameen Shaggar kilaba 2ffaa marsaa 3ffaaf darbe ta’eera.
Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar galchii 3 fi 2n Kutaa magaalaa Boolee…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni tibba ayyaana Qillee har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee18ffaan taphoonni tibba ayyaana Qillee har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni Maanchiister Siitiin Eevartan keessummeessu ni eegama.…