Ispoortii
Dorgomichaan miidhaan nu mudatus miira jaalala biyyaan fageenyicha xumureera – Atileet Qananiisaa Baqqalaa
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) - Dorgommii Maaraatoonii Olompikii Paarisirratti miidhaan isa mudachuu Atileet Qananiisaa Baqqalaan himeera.
Dorgommicharratti akkuma Kiiloo meetira 10 fiigeen miidhaan kotteenfachuu irree isa mudachuu Atileet Qananiisaan dubbateera.
Haa ta'uutii miira jaalala biyyaan dhukkubbicha dandamachuun xumuruu isaa…
Read More...
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Woolviis keessummeessu hawwiin eegama
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) - Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee jalqabaan har'a waaree booda sa'aatii 11:00 eegalee taphoonni 4 ni taphatamu.
Taphni Arsenaal dirree isaarratti Woolviis keessummeessu hawwiin eegama.
Sa'atuma…
Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa Itiyoophiyaatti Waajjira bane
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa Waajjira isaa Muummee Finfinnee Paarkii Tokkummaatti ebbisisuun tajaajilaaf baneera.
Saganticharratti Ministirri Ministeera Ispoortii fi Aadaa Shawiit Shaankaa…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2024/25 har’a eegala
Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara taphaa 2024/25 torbeen jalqabaa har’a eegaluun hanga Wiixataatti taphatama.
Taphoota torbee jalqabaan taphni Cheelsiin Dilbata galgala sa’aatii 12:30…
Atileet Dheereessaa Galataaf guddinni gulantaa kenname
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Konistaabiil Atleet Dheereessaa Galataaf guddinni gulantaa kennameera.
Atileet Dheereessan Maaraatoonii Olompikii Paarisirratti 5ffaa bahuun Dippiloomaa biyyaaf argamsiiseera.
Haaluma kanaan…
Beekamtii fi Badhaasa Pireezidaanti Saahilawarq naaf kennanitti gammadeera – Atileet…
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Beekamtii fi Badhaasa Pireezidaantii FDRI Saahilawarq Zawdeen kennameefitti gammaduu Atileet Taammiraat Tolaan ibse.
Atileet Taammiraat Tolaan Olompikii Paarisiin Meedaaliyaa Warqee Itiyoophiyaaf…