Ispoortii
Ijibbaata falmii tapha mo’ataanii darbuu Waancaa Awurooppaaf har’a taasifamu
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)-Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaaf har’a taphatamaniin falmii tapha mo’ataanii darbuuf taasifamuun Faransaay, Ingilizii fi Neezerlaandiin ijibbataa jabaatu eeggata.
Haaluma kanaan galgala sa’atii 1:00’rraa eegalee garee afraffaa jalatti kanneen ramadaman Faransaay Poolaandi waliin, Neezerlaand Ostiriyaa…
Read More...
Dorgommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan Warqee argattee
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa atileetiksii Afrikaa 23ffaan dorgoommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan koorniyaa lamaaniin meedaaliyaa warqee argatte.
Dorgommii kiiloomeetiraa 20 kaameeruun Duwaalaatti gaggeeffame…
Waancaa Awurooppaan Xaaliyaaniin tapha moo’atanii darbuuf dabarte
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa biyyoota Awurooppaa halkan kana taphatameen Xaaliyaaniin Kirooshiyaa waliin qixa baatus tapha moo'atanii darbuuf dabarteerti
Tapha marsaa xumuraa ramaddiiwwanii halkan kana biyyoota…
Machaal hundeeffama isaa waggaa 80ffaa qophiilee garaagaraan kabajaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Kilabni Ispoortii Machaal hundeeffama isaa waggaa 80ffaa qophiilee garaagaraan kabajaa jira.
Guyyaa hundeeffama isaa waggaa 80ffaa mata duree 'Machaal Itiyoophiyaaf' jedhuun kabajaa jira.…
Waancaa Awurooppaan har’a taphni Xaaliyaanii fi Kirooshiyaa gidduutti taphatamu hawwiin eegama
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphoonni marsaa xumuraa ramaddiiwanii biyyoota ramaddii ‘B’gidduutti taasiifamu ni eegama.
Halkan saa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni Xaaliyaanii fi Kirooshiyaa…
Fiigicha meetira kuma 10 Boostanitti fiigame Atileetoonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Fiigicha meetira kuma 10 Boostanitti dubartoota gidduutti dorgomameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa ba’uun injifataniiru.
Atileet Maliknaat Wuddeen fageenyicha daqiiqaa 31:15 xumuruun…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgisii fi Baankiin Daldalaa qixa bahan
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaa har'a taphatameen Qiddus Giyoorgisii fi Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa galchii 1 qixa xumuruun qabxii qoodataniiru.
Baankiin Daldalaa…