Ispoortii
Shaggar magaalaa giddugala tuurizimii Ispoortii hunda galeessa taate taasiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Dooktar Tashoomaa Addunyaa
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Wal-dorgommiin shaampiyoonaa ispoortii marsaa 2ffaa tapha guutuu magaalaa Shaggar har'a Istaadiyeemii kutaa Magaalaa Sabbataatti eegalameera.
Shaggar magaalaa ammayyooftuu giddugala tuurizimii Ispoortii hunda galeessa taate taasiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu sagantaa baniinsa dorgommichaarratti kan…
Read More...
Taphoota Piriimiyeer Liigii Oromiyaan Galaan Leeqaa yoo inifatu, Ginciin Muka Xurii waliin qixa bahe
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimiyeer Liigii Oromiyaan Torbee 13ffaan Galaan Leeqaa yoo inifatu, Ginciin Muka Xurii waliin qixa baheera.
Tapha har'a waaree dura sa'aa 3:00rraa eegalee taphatameen Galaan galchii 2 fi…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan taphni Maanchiister Siitiin - Kiristaal Paalaas, Niwuukaasiil - Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessan ni eegama.
Har'a waaree booda sa'aatii 8:30…
Mohaammad Saalaah waliigaltee Liiverpuul turuuf isa dandeessisu mallateesse
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Jifataan Liivarpuul, lammiin Ijipti Mohaammad Saalaah waggoottan lamaan itti aananiif Liiverpuul turuuf waliigaltee mallateesseera.
Bara Faranjootaa 2017 gara Liiverpuulitti kan makame Mohaammad Saalaah…
Taphoota liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo…
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Taphoota liigii Oromiyaa torbee 12ffaa har’a waaree booda tapahamaniin Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo waliin qixa baheera.
Magaalaan Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n…
Arsenaal 3 – 0 Riyaal Maadriid
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan Arsenaal Riyaal Maadriid injifate.
Tapha halkan kana sa'aatii 4:00 eegalee taphatameen Arsenaal galchii 3 fi 0n Riyaal Maadriid…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal Riyaal Maadriidiin keessummeessu ni…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Taphoota nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har'a Arsenaal Riyaal Maadriidiin keessummeessu ni eegama.
Taphni nuusa xumuraa marsaa jalqabaa kun har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee…