Ispoortii
Oromiyaa 3 – 2 Amaaraa
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan gareen kubbaa miilaa dubartootaa Oromiyaa kan naannoo Amaaraa injifachuun tapha xumuraa Waancaaf darbe.
Gareen kubbaa miilaa dubartootaa Naannoo Oromiyaa galchii 3 fi 2n kan naannoo Amaaraa injifachuun tapha xumuraaf darbuu mirkaneeffateera.
Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirota…
Read More...
Oromiyaa 3 – 1 Tigraay
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Dhiiraa Oromiyaa kan Tigraay injifateera.
Tapha nuusa xumuraa har'a sa'aatii 7:30 irraa eegalee taphatameen gareen Oromiyaa galchii 3 fi 1n…
Tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaa Oromiyaan dursaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) –Dorgommii tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaa dorgomamaa jiruun Naannoon Oromiyaa warqee hedduu walitti qabachuun dursaa jira.
Tapha Kubbaa Miilaa har'a waaree dura taphatameen Gareen Kubbaa Miilaa…
Piriimeer Liigiin Ingiliiz bara 2025/26 torbeen jalqabaa Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaaliin…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC) – Sagantaan taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz bara 2025/26 ifoomeera.
Haaluma kanaan taphoota torbee jalqabaan Maanchisteer Yuunaayitiid Arsenaal waliin kan falmatu ta’a.
Shaampiyoonaan bara kanaa…
Ispoortiin tokkummaafi walooma cimsuu keessatti gahee olaanaa qaba- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Ispoortiin tokkummaafi walooma cimsuu keessatti gahee olaanaa qaba jedhan Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen Xurunaan Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaa magaalaa…
Sirni baniinsa tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Sirni baniinsa tapha Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan magaalaa Jimmaa Istaadiyemii Yuunivarsiitii Jimmatti gaggeeffamaa jira.
Sagantichi bakka hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi…
Taphni Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan har’a eegala
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Taphni Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan har'a magaalaa Jimmaa Istaadiyemii Yuunivarsiitii Jimmatti eegala.
Taphni guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan kun har'aa eegalee guyyoottan kurnan itti…