Ispoortii
Har’a Jarman Hangaarii waliin ni tapahatti
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa har’a gaggeeffamuun keessummeessitu taphichaa Jarmanii fi Hangaarii gidduutti taphni gaggeeffamu kan eegamuudha.
Sagantaan ba’e akka mul’isutti har’a sa’aatii 10:00tti Kirooshiyaa fi Albaaniyaan kan taphatan ta’uun ibsameera.
Galgala sa’aatii 1:00 ammoo Jarmaan Hangaarii waliin kan…
Read More...
Jilli Atileetota Itiyoophiyaa gara Kaameeruunitti imale
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)- Jilli Atileetota Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaarratti hirmaatu gara Kaameeruunitti imaleera.
Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 23ffaan qopheessummaa Kaameeruuniin…
Sagantaan taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2024/25 ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Sagantaan taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2024/25 ifoomeera.
Haaluma kanaan bara Faranjootaa Hagayya 16, 2024 Maanchisteer Yuunaayitiid Fuulhaam waliin tapha baniinsaa kan taphatu ta’uu…
Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 5ffaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 5ffaan har’a galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee taphoonni 2 ni taphatamu.
Haaluma kanaan galgala sa’aatii 1:00 eegalee Turki Joorjiyaa waliin…
Isloovaakiyaan 1 fi 0’n Beeljiyemiin injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa har galgalaa gaggeeffameen Isloovaakiyaan 1 fi 0'n Beeljiyemiin injifatte.
Tapha Waancaa Awurooppaa kanaan galgala kana sa’aatii 4:00 irratti Faransaayii fi Ostiriyaan taphni…
Jila Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaarratti hirmaatuuf gaggeessan taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Jila Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaarratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifame.
Shaampiyoonicharratti Itiyoophiyaan dubartoota 34 fi dhiira 43’n kan hirmaattu ta’uun eerameera.…
Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 4ffaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 4ffaan har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee taphoonni 3 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda sa’aatii 10:00 irraa jalqabee…