Ispoortii
PSGn yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Tapha xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a Istaadiyeemii Aliiyaanzi Areenaatti taphatameen PSGn galchii 5 fi 0n Intermiilaan injifateera.
PSGn yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifateera.
Lafti seenaa Muunik bakka kilaboonni goonfoo jalqabaa itti goonfootan ta'uun seenaa…
Read More...
Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Diimtuu Piriimeer Liigii Oromiyaatti ol guddate
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) –Liigii Olaanoo keessatti dorgomaa kan jiru Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Diimtuu Piriimeer Liigii Oromiyaa bara 2018tti guddateera.
Diimtuun taphoota liigii olaanoo Oromiyaa torbee 13ffaa…
Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a taphatama
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a PSG fi Intermiilaan gidduutti taphatama.
Tapha xumuraa har’a halkan Istaadiyeemii Aliyaanzi Areenaatti taphatamu kana lammiin…
Sihuul Shireen gara Liigii Olaanootti gadi bu’e
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 32ffaa har’a taphatameen Sihuul Shireen Qudduus Giyoorgisiin injifatamuu hordofee gara Liigii olaanootti gadi bu’eera.
Qidduus Giyoorgis galchii 1 fi 0n…
Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesse
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Taphataa sarara ittisaa Liiverpuul kan ture Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesseera.
Aleeksaandar Arnoold torbee lama dura kilaba isa guddise Liiverpuuliin adda bahuu isaa beeksisee ture.…
Fiigichi xumuraa umrii waggaa 18 fi 20 gadii dorgomame
Finfinnee, Caamsaa 20,2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii wagga 18 fi 20 gadii magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamaa jiruun fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dubartootaa umrii waggaa 20 gadii har’a dorgomameera.…
Liiverpuul deeggartoota waliin injifannoo isaa kabajaa jira
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) - Liiverpuul injifannoo Piriimeer Liigii bara 2024/25 deeggartoota isaa waliin kabajaa jira.
Daandiwwanirra naanna'uu waancaa Piriimeer Liigii yeroo 20ffaaf fudhate kabajuurratti argama.
Waggaa shan…