Ispoortii
Taphoonni Waancaa Awurooppaa 17ffaan Istaadiyeemoota 10 keessatti taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Taphoonni Waancaa Awurooppaa 17ffaan qopheessummaan Jarmaniin gaggeeffamu Istaadiyeemoota 10 keessatti taphatamu.
Taphoonni Waancaa Awurooppaa 2024 kun har’a Waxabajjii 7, 2016 hanga Adoolessa 7, 2016tti taphatama.
Taphni baniinsaa har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Jarmaniifi Iskootilaandi…
Read More...
Waancaan biyyoota Awurooppaa 2024 har’a eegala
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Waancaan biyyoota Awurooppaa 2024 qopheessummaa Jarmaniin gaggeeffamu har’a eegala.
Har’a halkan sirni baniinsaa kan gaggeeffamu yoo ta’uu, sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni baniinsaa Jarmanii fi…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan taphni Baankii Daldalaa fi Bahirdaar gidduutti taphatame qixaan…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 27ffaan taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa jalqabee Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa fi Bahirdaar gidduutti taphatame galchii 2 qixaan xumurameera.…
Piriimeer Liigiin Itiyoophiyaa torbee 27ffaan har’a ni eegala
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Sababa taphoota gulaallii Waancaa Addunyaan adda citee kan ture taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 27ffaan har’a eegalee ni taphatama.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:00…
Dorgommiin Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 40’ffaan Waxabajjii 30 gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Dorgommiin Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 40ffaan Waxabajjii 16, 2016 gaggeeffamuuf ture Waxabajjii 30, 2016 akka gaggeeffamu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.…
Tapha Gulaallii Waancaa Afrikaan Itiyoophiyaa fi Jibuutiin qixa xumuran
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa ramaddii 4ffaan Itiyoophiyaa fi Jibuutiin qixa xumuran.
Itiyoophiyaa fi Jibuutiin Morookootti galgala kana tapha gaggeessaniin 1 fi 1 qixa xumuraniiru.
Miniyiluu…
Eenzoo Maareeskaan leenjisaa Cheelsii ta’an
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Lammiin Xaaliyaanii Eenzoo Maareeskaan leenjisaa Cheelsii ta’uun mallattoo isaanii kaa’an.
Cheelsiin jijjiirraa Eenzoo Maareeskaaf Yuuroo miiliyoona 10 kan kaffalu ta’uu eerameera.…