Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Piriimiyar liigichaan taphoonni lama ni taphatamu

Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Sagantaa Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 6ffaan har'a taphoonni lama ni taphatamu. Guyyaa sa'aatii 9:00tti Bunni Sidaamaa fi Maqalee 70 Indartaan istaadiyeemii Finfinneetti ni taphatu. Sa'aatii 10:00 irratti ammoo Nageellee Arsii fi Magaalaan Adaamaa istaadiyeemii Hawaasaatti taphatu. Sadarkaa…
Read More...

Sudaan Kibbaa 1 – 4 Itiyoophiyaa

Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa Sudaan Kibbaa galchii 4 fi 1’n injifate. Daawiit Kaasaan…