Ispoortii
Waancaa Awurooppaan har’a taphni Jarman Siwiizarlaand waliin taasiiftu ni eegama
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) –Waancaa Awurooppaa 17ffaan taphoonni marsaa xumuraa ramaddiiwwanii har'aa eegaluun kan taphataman yoo ta'uu,taphni Jarman Siwiizarlaand waliin taasiiftu ni eegama.
Jarman marsaa itti aanutti darbuu kan mirkaneeffatte yoo ta'uu, Siwiizarlaandi har'a yoo xiqqaate qabxii 1 argachuu yookaa ammoo tapha…
Read More...
Joorjiyaa fi Cheek qixa ba’an
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaan Joorjiyaa fi Rippaabilkiin Cheek 1 fi 1 qixa ba’aniiru.
Galgalaa kana sa’aatii 1:00 irratti taphni Porchugaalii fi Turki gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannaa olaanaan…
Tapha Waancaa Awuroppaa har’aan morkiiwwan jajjabboon ni gaggeeffamu
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a taphoonni eegaman ni gaggeeffamu.
Sa’aatii 10:00 irratti Joorjiyaa fi Rippaabilikiin Cheek kan taphatan yoo ta’u sa’attii 1:00 irratti ammo Turkii fi Poorchugaal…
Yuukreen Isloovaakiyaa injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a sa’atti 10:00 irraa eegale taphatameen Yuukreen Isloovaakiyaa galchii 2 fi 1n injifatte.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa…
Adaamaan Baahirdaariin Injifatamte
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Tapha Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaan Magaalaan Baahirdaar 3 fi 2’n Magaalaa Adaamaa injfateera.
Tapha Piriimiyer Liigichaa Isteediyemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti gaggeeffamaa jiruun,…
Arjentiinaa 2 – 0 Kaanaadaa
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Waancaa Kooppaa Ameerikaa eda jalqabeen Arjentiinaan tapha baniinsaan Kaanaadaa injifatte.
Shaampiyoonaan yeroo 15 Arjentiinaan Kaanaadaa galchii 2 fi 0n injifatteerti.
#Oromia…
Waancaa Awurooppaan har’a taphni Neezarlaandi Faransaay waliin taasiftu ni eegama
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaan har’a taphni Neezarlaandi Faransaay waliin taasiftu hawwiin eegama.
Taphoota waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphoonni 3 kan taphataman yoo ta’u, taphni…