Ispoortii
Sagantaan baniinsa Shaampiyoonaa Teenisa Minjaalaa Ga’eessotaa Afrikaa adeemsifamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Sagantaan baniinsa Shaampiyoonaa Teenisa Minjaalaa Ga'eessotaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Shawiit Shaankaa, Pireezidaantii Federeeshinii Teenisa Minjaalaa Afrikaa Kaaliid Alsaayii fi Pireezidaantiin Federeeshinii Teenisa Minjaalaa Itiyoophiyaa Tasfaayee…
Read More...
Erling Haalaand tapha Liigii biyyaalessa irratti taphataa biyya isaaf galchii hedduu galche…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2017 (FBC) –Taphataan umurii waggaa 24 Erling Haalaand tapha Liigii biyyaalessa irratti taphataa biyya isaaf galchii hedduu galche ta'uun rikaardii qabate.
Taphataan sarara fuulduraa Maanchiister Siitii…
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Biskileettiin Meedaaliyaa Nahaasii 3ffaa argatte
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Shaampiyoonaa Biskileettii Afrikaa Keeniyaa Eldooreetiitti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan dorgommii walmakaan meedaaliyaa Nahaasii 3ffaa argatte.
Shaampiyoonaan Biskileettii Afrikaa Kaleessaa…
Gareen kubbaa miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii 20 gadii Sudaan Kibbaan injifatame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii Sudaan Kibbaan galchii 2 fi 1’n injifatameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama…
Andirees Ineestaan umrii waggaa 40ffaa isaatti kubbaa miilaarraa soorama bahe
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) –Taphataan sarara gidduu Ispeeniifi Baareloonaa duraanii Andirees Ineestaan umrii waggaa 40ffaa isaatti kubbaa miilaarraa soorama bahuu beeksiseera.
Addunyaarratti taphattootaa maqaa guddaa qaban keessa…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 16ffaa Galma Walga'ii Gamtaa Afrikaatti gaggeessaa jira.
Pireezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa fi miseensi koree hojii…
Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Ugaandaa waliin taphata
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Ugaandaa waliin taphata.
Garichi Kaleessaa fi Dheengadda Giddugala Leenjii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Taanzaaniyaa…