Ispoortii
Arsenaal Biraayitan injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaa har'a taphatameen Arsenaal Biraayitan injifachuun liigicha dursuu eegale.
Arsenaal galchii 3 fi 0n Biraayitan injifachuun imala gara Waancaatti taasisu cimsateera.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Maanchistar Siitiin Kiristaal Paalaasiin 4 fi 2’n injifate
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Tapha Piriimiyer Liigii Ingiliz torbee 32ffaan Maanchistar Sitiin Kiristaal Paalaasiin 4 fi 2’n injifachuun sadarkaasaa fooyyesseera.
Siitiin tapha kana injifachuu hordofees qabxii isaa gara 70’tti…
Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa Waajjira olaanaa Finfinneetti banuufi
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)-Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa waajjira olaanaa isaa Finfinneetti banuuf Ministeera Dhimma Alaa waliin mallatteesse.
Waliigaltichas Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan…
K/Gargaartuu Daraartuu Tulluu badhaasni Niishaanii Mootummaa Jaappaaniin kenname
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Pireezidaantii Federeeshini Atileetiksii Itiyoophiyaa Komishinara Gargaartuu Daraartuu Tulluun badhaasa Niishaanii kabajaa Mootummaa Jaappaaniin kennameef fudhatan.
Koomiishinar Daraartuu Tulluun…
Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 45ffaarratti hirmaataniif sagantaan…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 45ffaa Sarbiyaa Magaalaa Beelgireeditti dorgomamerratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi'eef sagantaan beekkamtii kennuu…
Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee 31ffaan har’a galgalaa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 31ffaan tapha har’a galgala Niwuukaastiil Eevartan waliin taasiisuun eegalamu.
Har’a galgala sa’aatii 3:30 eegalee Niwuukaastiil Eevartan waliin…
Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaarratti hirmaateef simannaan taasiifame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Jila Atileetiksii fiigicha Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaa magaalaa Beelgireedirratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesseef simannaan taasiifameera.
Jilichi waayita Buufata Xiyyaaraa…