Ispoortii
Waancaa Kilaboota addunyaa tapha nuusa xumuraaf gahe
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Qopheessummaa Ameerikaan gaggeeffamaa kan jiru Waancaan Kilaboota addunyaa qabxiiwwan hin eegamne galmeessuun nuusa xumuraaf gaheera.
Bifa haaraan kilaboota 32 hirmaachisuun kan eegale dorgommiin Waancaa Kilaboota Addunyaa bara 2025, amma kilaboota 8 qofatu dorgommicha keessatti hafe.
Dorgommichaan…
Read More...
Waldaan Aksiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Koreen Namuusaa fi hoggansa dorgommii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa murtoo Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa dabarse bu’uura taasiisuun Buna Sidaamaa, Machaalii fi Magaalaa Hawaasaarratti…
Torban dura gaa’ila raawwatee har’a balaa konkolaataan lubbuun kan darbe jifataa Liivarpuul…
Finfinnee ,Waxabajjii 26, 2017 (FMC) –Taphataan sarara fuulduraa Liivarpuul Diyaagoo Jootaan balaa konkolaataa isa mudateen umriisaa waggaa 28ffaatti obboleessa isaa Andiree jedhamu waliin addunyaa kanarraa du’aan boqatan.
Balaan…
Murtoon kilabootarratti darbe qaama kamiiyyuu miidhufis fayyaduufis miti – Federeeshinicha
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa murtoo kilabootarratti guyyaa kaleessaa dabarse ilaalchisee ibsa kenneera.
Murtoon kilabootarratti darbe qaama kamiiyyuu miidhufis fayyaduufis miti jedhan…
Atileetoota qorannoo umrii gaggeessan 76 keessaa 22 qofatu darbe
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) –Atileetoota qorannoo umrii gaggeessan 76 keessaa koorniyaa lamaaninuu 22 qofatu qorannicha darbe jedhe Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa.
Shaampiyoonaa Atileetiksii Dargaggootaa Afrikaa…
Shaampiyoonaan liigichaa Madin Itiyoophiyaan wayita Finfinnee gahu simannaan taasifameef
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan Piriimeer liigii Itiyoophiyaa bara 2017 Madin Itiyoophiyaan wayita Finfinnee gahu deeggartoota isaan simannaa hoo'an taasifameef.
Kilabichi har'a Magaalaa Adaamaa gara Finfinnee kan…
Dorgommiin Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2017 xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Dorgommiin Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2017 injifannoo Kilaba Madin Itiyoophiyaan xumurameera.
Tapha cufiinsaa har'a waaree booda sa'aatii 10:00 irraa eegalee Madin Itiyoophiyaan Sihuul…