Ispoortii
Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Olompikii Paariisirratti injifannoo galmeessuuf qophaa’uu ibse
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Atileetiin buleessi Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Olompikii Paariis 2024 irratti injifannoo galmeessuuf qophaa’uu ibseera.
Atileet Qananiisaan Olompikii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’uun akka hirmaatuuf Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaan filatamuu isaa galateeffateera.
Fiigicha…
Read More...
Atileetoonni Maaraatoonii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’an ifooman
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Atileet Qananiisaa Baqqalaa dabalatee Atileetoota Maaraatoonii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’an ifoomseera.
Federeshinichi Atileetoota…
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa galchii 5 fi 0n Walaayittaa Diichaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 25ffaa har’a waaree booda taphatameen Baankiin Daldala Itiyoophiyaa galchii 5 fi 0n Walaayittaa Diichaa injifateera.
Sagantaan torbee 25ffaa liichaa Itti…
Har’a Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Har’a galgala Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni qixxeessituun 2 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 3:45 eegalee Biraayitan Cheelsii kan keessummeessu yoo ta’uu, sa’aatii 4:00 irraa jalqabee…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin tapha murteessaa Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni qixxeessituun Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo argateera.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni…
Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun morkii waancaa cimsate
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaa har'a taphatameen Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun morkii waancaa cimsateera.
Arsenaal galchii 1 fi 0n Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun…
Maanchiister Siitiin Fuulhaam injifachuun morkii Waancaa cimsate
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaa har'a waaree booda taphatameen Maanchiister Siitiin Fuulhaam injifachuun morkii Waancaa cimsateera.
Maanchiister Siitiin galchii 4 fi 0n Fuulhaam…