Ispoortii
Baayerni Muunik Viinsent Koompaanii leenjisaa kilabichaa taasiisuun muude
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Baayerni Muunik Lammii Beeljiyeem Viinsent Koompaanii leenjisaa kilabichaa taasiisuun muuduu ifatti beeksise.
Viinsent Koompaaniin hanga bara Fanjootaa 2027tti kilabicha leenjisuuf mallatteessuu BBCn gabaaseera.
Viinsent Koompaaniin bara darbe Burnileey waliin Waancaa Shaampiyoon Shiippii Ingilaandi…
Read More...
Atileet Suutumee Asaffaan jila Atileetiksii Olompikii Paariisitti makamte
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Atileet Suutumee Asaffaan jila Atileetiksii Olompikii Paariis 2024 irratti Itiyoophiyaa bakka bu’uun hirmaatanitti makamte.
Atileet Suutumeen maqaa Atileetootaa Federeeshiniin…
Kiristaanoo Roonaaldoon galchii liigii Saa’udii fooyyesse
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Kiristaanoo Roonaaldoon bara kana Liigii Sawudii Piroo keessatti galchii 35 lakkoofsisuun rikkardii haaraa galmeesseera.
Roonaaldoon taphoota 31 taphatee galchiiwwan 35 galchuun kubbaa galchii ta’an 11…
Saawuuz hampitan tapha xumuraa daraan qaalii ta’e injifachuun gara Piriimeer Liigitti…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Saawuuz hampitan tapha xumuraa sadarkaa addunyaatti daraan qaalii ta'e injifachuun gara Piriimeer Liigitti deebi'eera.
Tapha har'a kilaba 3ffaa gara Piriimeer Liigiitti deebi'e adda baasuuf…
Maaraatoonii Ootaawaatti gaggeeffame Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Maaraatoonii Ootaawaatti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Maaraatoonii kanaan Atileet Leencoo Tasfaayeen sa'aatii
2፡12፡41 xumuruu 1ffaa yoo ba'u,…
Fiigichi Daayimand Liigii Yuujiinitti gaggeeffame Atileetoonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Fiigichi Daayimand Liigii meetira kuma 1 fi 500 fi meetira kuma 5niin Yuujiinitti gaggeeffame Atileetoonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gigguutti dorgomame…