Ispoortii
Arjentiinaa 2 – 0 Kaanaadaa
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Waancaa Kooppaa Ameerikaa eda jalqabeen Arjentiinaan tapha baniinsaan Kaanaadaa injifatte.
Shaampiyoonaan yeroo 15 Arjentiinaan Kaanaadaa galchii 2 fi 0n injifatteerti.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Waancaa Awurooppaan har’a taphni Neezarlaandi Faransaay waliin taasiftu ni eegama
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaan har’a taphni Neezarlaandi Faransaay waliin taasiftu hawwiin eegama.
Taphoota waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphoonni 3 kan taphataman yoo ta’u, taphni…
Ispeen 1- 0 Xaaliyaanii
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan taphni halkan kana Ispeenii fi Xaaliyaanii gidduutti taphatame olaantummaa Ispeeniin xumurame.
Ispeen 1 fi 0n Xaaliyaanii injifatteefrti.
Ispeen qabxii 6 walitti qabachuun…
Deenmaarki 1- 1 Ingilaandi
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan taphni galgala kana Deenmaarkii fi Ingilaandi gidduutti taphatame qixaan xumurame.
Taphni hawwiin eegamaa ture kun galchii 1 qixa xumurameera.
Ingilaandi qabxii 4 ramaddicha…
Islooveeniyaa 1- 1 Sarbiyaa
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan taphni Islooveeniyaa fi Sarbiyaa gidduutti taphatame galchii 1 qixaan xumurameera.
Taphni har'a waaree booda sa'aatii 10:00 irraa eegalee Islooveeniyaa Sarbiyaa gidduutti…
“Machaal Itiyoophiyaaf”mata duree jedhuun sagantaan baatii tokkoof turu gaggeeffamuufi
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Waggaa 80ffaa hundeeffama Kilaba Ispoortii “Machaal” ilaalchisuun sagantaaleen garaagaraa baatiif tokkoof turu kan gaggeeffamu ta’uun ibsame.
Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa kabaja hundeefama…
Waancaa Awurooppaan har’a taphni Ispeen Xaaliyaanii fi Deenmaark Ingilaandi waliin taphatan hawwiin…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphni Ispeen Xaaliyaanii fi Deenmaark Engilaandi waliin taphatan hawwiin eegama.
Taphoota marsaa 2ffaa taphatamaa jirun har’a waaree booda…