Jilli Shaampiyoonaa Biskileettii Addunyaarratti hirmaate Finfinnee gale
Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Biskileettii Addunyaarratti hirmaachuun ga’umsa dinqisiisaa agarsiise har’a Finfinnee galeera.
Shaampiyoonaa Biskileettii addunyaa qopheessummaa Ruwaandaan Fulbaana 11 – 18, 2018tti gaggeeffameen jilli Itiyoophiyaa ida’amaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaan xumureera.
Addunyaarraa ammoo sadarkaa 7ffaan xumure.
Salamoon Baqqalaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.