Ministeerri Barnootaa Istuudiyoo Maltiimiidiyaa dijitaalawaa shan eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Istuudiyoo Maltiimiidiyaa Dijitaalawaa Yuunivarsiitiiwwan Finfinnee, Jimmaa, Dirree Dhawaa, Baahirdaarii fi Hawaasaatti hundeesse…