Itiyoophiyaa fi Taanzaaniyaan waliigaltee walta’iinsaa mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Taanzaaniyaan waliigaltee walta’iinsaa damee qonnaa, humna, daldalaa fi aadaa mallatteessuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…