Magaalaa Finfinneetti manneen kuma 99 fi 113 misoomaniiru
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Bara baajataa kana baatiiwwan ja’an darbanitti manneen kuma 120 ijaaruuf karoorfame keessaa manneen kuma 99 fi 113 misoomsuun akka danda’ame ibsame.…