Oduu biyya keessaa Koolleejjichi qondaaltota olaanoo leenji’aa turan eebbisiise Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Koolleejjii Ajajummaa Raayyaan Ittisa fi Miseensotaa marsaa 9ffaan qondaaltota olaanoo leenjisaa ture eebbisiise. Sirna eebbichaarratti ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaaa gaggeeffamu eegale Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Qaama “Torbee Dippiloomaasii” keessaa tokko kan ta’e walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaa eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Ittaanaan Ministira…
Oduu biyya keessaa Mandarri Ikkoo Tuurizimii Wancii-Dandii turizimii itti fufiinsa qabu misoomsuuf kan… Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Mandarri ikkoo tuuriizimii Wancii-Dandii turizimii itti fufiinsa qabu misoomsuu, bareedina umamaa fi qabeenya aadaa kunuunsuun dhalootaf dabarsuuf kan…
Oduu biyya keessaa Duulli Misooma sululaa Amajjii 9 eegala Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Duulli hojii misooma suluulaa guyyoota 60'f turu Amajjii 9, 2016 akka eegalu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Duulli hojii Eegumsa Biyyeefi Bishaanii…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin Wancii-Dandii har’a eebbifama Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Pirojektiin Ikkoo Tuurizimii Wancii Dandii har'a eebbifama. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektoota sagantaa "Maaddii Biyyaaf" jedhuun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa simatan Debela Tadesse Jan 12, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jila Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammati Mandara ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandiitti…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Faanaa Biroodkaastingi Koorporeet Agarsiisaa “Torbee Dippilomaasii” daawwatan Debela Tadesse Jan 12, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Hojjettoonni Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet agarsiisa “Torbee Dippilomaasii” Godambaa Saayinsiitti qophaa’e daawwatan. Dabalataa hirmaattoonni…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Bakka Bu’aa UNICEF waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 12, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Bakka Bu’aa Dhaabbata Deeggarsa Daa’immanii (UNICEF ) Dooktar Abubakar Kampoon…
Oduu biyya keessaa Misooma Humna namaa Aviyeeshinii irraatti hojjechuuf waliigalteen mallatteeffame Debela Tadesse Jan 12, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Misoomaa Humna namaa Aviyeeshinii irratti hojjechuuf Giruupiin Daandii Qilleensaa Itiyoophiya, Abbaa Taayyitaa Aviyeeshinii, Ministeera Hojii fi Ogummaa,…
Oduu biyya keessaa Riqicha lafa lafarraa baqate walitti hidhee nama walargisiise Debela Tadesse Jan 12, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Ijaarsi Pirojektii Manadara Ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandii carraa hojii lammiilee hedduuf uumetti dabalataan fayadamtoota carraa bu’uuraalee misoomaa fi…