Yakka gowwoomsuun kan himataman hidhaa cimaa fi maallaqaan akka adabaman murtaa’e
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Fira Aanga’aa olaanaa naannoo Oromiyaa akka ta’an fakkeessuu fi fichisiistota simmintooti jechuun yakka gowwoomsuun kanneen himatamaan hidhaa cimaa fi…