Angoolaan Itiyoophiyaa waliin damee qonnaarratti tumsaan hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)-Angoolaan Itiyoophiyaa waliin damee qonnarratti tumsaan hojjechuuf fedhii qabaachuu Pireezidaantiin Biyyatti Joo’awoo Maanuweel Gonkalvees Looreenkoo ibsan.…