Ispoortii Saadiyoo Maaneen Yuuroo kuma 350 adabame Sifen Megersa Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) - Taphataan sarara fuulduraa garee Biyyaalessaa Seeneegaalii fi Liivar Puul duraanii Saadiyoo Maaneen Yuuroo kuma 350 akka adabamu itti murtaa’uu Kilabni…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni Magaalaa Finfinnee pirojektoota gurguddoo magaalichaatti ijaaramaa jiran daawwatan Debela Tadesse Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Dargaggoonni Magaalaa Finfinnee pirojektoota gurguddoo magaalichaatti ijaaramaa jiran daawwataaniiru. Pirojektoonni daawwatamaniis, Hospitaala Rifeeraalaa…
Oduu biyya keessaa Hojiilee misoomaa hojjetamu keessattii sirni Itti gafaatamummaa akka mirkana’uuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) - Naannoo Gaambeeellatti hojiilee misoomaa hojjetamu keessattii hirmannaa lammiilee fi iftoominaa hojiiraa oolchuuf sirni Itti gafaatamummaa akka mirkana’uuf…
Oduu biyya keessaa Nageenya ummataa mirkaneessuun gara misoomaatti akka deebi’uuf itti gaafatama waloo qabna-MM Abiy… Debela Tadesse Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)-Nageenyaa ummataa mirkaneessuun gara misoomaatti akka deebi’u gochuuf itti gaafatama waloo qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Nageenyi…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan saglan darban hojiileen jireenyaa qonnaan bultootaa fi horsisee bultootaa jijjiiran… Debela Tadesse Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Baatiiwwan saglaan darbanitti Naannoo Oromiyatti Jireenya qonnaan bultootaa fi horsiisee bultootaa jijjiiruuf hojiilee hojjetamuu Qindeessaan Kilaastaraa…
Biiznasii Gabaan Omisha Ityoophiyaa fi Baankii Tsahaay waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse Debela Tadesse Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Gabaan Omisha Ityoophiyaa fi Baankii Tsahaay waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesse. Waliigaltechas Hoji Gaggeessaa Gabaa Oomisha Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Haala Kookaa Koollaan Ityoophiyaatti invastimantiisaa babal’isuu danda’urratti mariin gaggeeffame Ayana Dheressa Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Afrikaa Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Muktaar Kadir Afrikaatti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Dhaabbata Kookaa Koollaa Jaakuyees Varmeelan waliin…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii koreewwan diinagdee Ministeeraa Maallaqaa fi Embaasii Faransaay eegalame Debela Tadesse Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii 3ffaan koreewwan diinagdee Ministeeraa Maallaqaa fi Embaasii Faransaay Finfinneetti eegalameera. Waltajjichi Ogeeyyii Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Magaalaa Naqamtee galan Ayana Dheressa Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Magaalaa Naqamtee galaniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita magaalaa Naqamtee galan Abbootiin Gadaa,…
Idil Addunyaa Sudaan waliigaltee dhukaasa dhaabuurraa geessullee lolli itti fufeera Debela Tadesse Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Sudaan waliigaltee dhukaasa dhaabuurra geessullee lolli itti fufuun gabaafame. Hawaasni Idil Addunyaa gidduu seenuun jaarsummaa erga taa’ee waliigalteen…