Ispoortii Cheelsiin Firaanki Laampaardiin leenjisa yeroon miindesse Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Kilabni Kubbaa Miilaa Cheelsiin urjii fi leenjisaa duraanii kilabichaa Firaanki Laampaardiin leenjisaa yeroo taasisuun miindessuu beeksise.…
Fayyaa Guyyaan Daranyoo Sombaa yeroo 26ffaaf Sadarkaa Oromiyaatti Jimmaatti kabajame Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Guyyaan Daranyoo Sombaa yeroo 26ffaaf sadarkaa naannoo Oromiyaatti Oromiyaatti Godinaa Jimmaatti kabajame. Sagantichaarratti Itti Aanaan Hogganaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech lammiileen misoomaaf kaafamaniif manneen jireenyaa kennan Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaala Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen misooma qarqara laggeeniif jiraattoota kaafamaniif manneen jireenyaa laataniiru.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Abbootiin qabeenyaa haaraa kaappitaala Birrii biiliyoona 186 ol galmeessaniif eeyyamni… Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Abbootiin qabeenyaa haaraa kaappitaala Birrii biiliyoona 186 ol galmeessaniif eeyyama kennamuu Biiroon Invastimantii fi Indaastirii…
Waajabila Faanaa Dhimma Kormaa lukkuu mana murtii waldhaabe Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Kaaba Naayijeeriyaa Magaalaa Kaanoo keessatti “Kormaan Lukkuun iyyuun hirriba na dhowwe” jechuun ollaan walii mana murtii waldhaabaniiru. Manni…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Adam Faaraahin duramu Ministira Dhimma Alaa Jibuutii waliin mari’ate Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Ministira Dhimma Alaa Jibuutii Mahaammad Alii Yuusuuf waliin mari’ateera.…
Oduu biyya keessaa Sochii geejjiba lafarraa gara Tigraayi eegalchiisuuf mari’atame Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Sochii geejjibaa lafarraa gara Naannoo Tigiraayitti irra deebiin eegalchiisuuf hoggantoota bulchiinsaa yeroo naannichaa dhimmichi ilaallatu waliin…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin dureewwan Afrikaa yaa’ii Raashiyaa-Afrikaarratti akka hirmaatan afeeran Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin dureewwan biyyoota Afrikaa yaa’ii Raashiyaa-Afrikaa Seenti Peetisbargitti gaggeeffamurratti akka…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Muummee Ministiraa Dhaabbilee Piroejktii “Maaddii Dhalootaaf” tumsa taasisan… Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Waajjirri Muummee Ministiraa Dhaabbilee Piroejktii “Maaddii Dhalootaaf” tumsaa taasisan galateeffate. Dhaabbilee fi qaamolee tumsaa taasisanii fi…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech jiraattota naannawaa Filuwaatii sababa misoomaa laggeeniin kaafamaniif manneen ni… Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jiraattota naannawaa Filuwaatii sababa misoomaa laggeeniin kaafamaniif har’a manneen ni dabarsu.…