Oduu biyya keessaa Godaantonni 139 gara Itiyoophiyaatti deebi’an Debela Tadesse Nov 5, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)-Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa Dhaabbataa Godaantotaa Idil Addunyaa waliin ta’uun, godaantota 139 gara biyyaatti deebisuu beeksise. Deebitoonnis…
Oduu biyya keessaa Irreessi Malkaa Dooshaa Asallatti kabajame Debela Tadesse Nov 5, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)-Irreessi Malkaa Dooshaa Magaalaa Asallatti kabajameera. Sirnicharratti Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, jiraattonni naannawa Magaalaa Asallaa fi…
Biiznasii Maallaqni qusannaa dhaabbilee faayinaansii Birrii tiriiliyoona 2 ol qaqqabe Debela Tadesse Nov 5, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)- Maallaqni Qusannaa Dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii tiriiliyoona 2 ol qaqqabuu Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise. Bulchaan…
Idil Addunyaa Jimmatti Federeeshiniin Biskileetaa irra deebiin hundeeffamee Debela Tadesse Nov 5, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)- Magaala Jimmatti Federeshinin Biskileetaa irra deebiin hundeeffamuun hojii eegaleera. Irra deebiin hundeeffamuu federeeshinichaa sababeeffachuun…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Baaroo kabajame Debela Tadesse Nov 5, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)-Irreechi Malkaa Baaroo duudhaa aadaa haala eeggateen Magaalaa Gaambeellaatti kabajame. Sirni Irreechaa kun jala bultiirraa eegalee sirnoota…
Ispoortii Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsate Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz goolii 6 fi 1n injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsateera. #Oromiyaa #Itiyoophiyaa Odeeffannoowwan…
Oduu biyya keessaa Godina Qellem Wallaggaatti ruuziin lafa hektaara kuma 95 irratti oomishame walitti qabamuu eegale Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaatti ruuziin lafa heektara kuma 95fi 180 irratti misoome duulaan walitti qabamuu eegaleera. Itti Gaafatamaan Waajjira Qonnaa…
Uncategorized Biyya hundaaf mijattu iaaruuf riifoormiin hojjetamaa jira – Obbo Adam Faarahii Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Hawaasa Diinagdee fi siyaasaa tokkoo ijaaruun biyya hundaaf mijattu uumuuf riifoormiin hojjetamaa jiraachuu Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii…
Oduu biyya keessaa Daawwannaan Ministirri Muummee Rippaabliika Cheek Itiyoophiyaatti taasisan hariiroo biyyoota… Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Daawwannaan Ministiri Muummee Rippaabliika Cheek Peetir Fiyaalaan Itiyoophiyaatti taasisan hariiroo biyyoota lamaanii caalmatti kan cimsu ta'uu…
Oduu biyya keessaa Jala bultiin Irreecha Hora Baaroo Marii Paanaaliin Magaalaa Gaambeellaatti kabajamaa jira Sifen Megersa Nov 4, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Jala bultiin Ayyaana Irreechaa Hora Baaroo Marii Paanaaliin Magaalaa Gaambeellaatti kabajamaa jira. Irreechi Malkaa Baaroo guyyaa boruu Magaalaa…