Oduu biyya keessaa Abeel Yaalewu gara Kilabaa Ijibti ZFC’tti imale Debela Tadesse Feb 1, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Kilaba Kubbaa Miilaa Qiddus Giyoorgis Abeel Yaalewu Kilabaa Ijibti ZFC’tti makame. Kilaba Ijibti ZFC’n taphaticha…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti manneen barnootaa Bu’uuraa boruu kuma 3 fi 700 ol ijaaraman Debela Tadesse Feb 1, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan ja’an darban manneen barnootaa bu’ura boruu kuma 3 fi 700 ol ijaaramuu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksise. Biirichatti…
Oduu biyya keessaa Bara kana misooma qamadii boneetiin lafa hektaara miiliyoona 2.78 uwwisuu dandeenyerra-Pir.… Debela Tadesse Jan 31, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)-Bara kana misooma qamadii boneetiin lafa hektaara miiliyoona 2.78 uwwisuu dandeenyerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Boordiin filannoo Paartilee siyaasaa sadiif beekkamtii kenne Debela Tadesse Jan 31, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Paartilee siyaasaa sadiif beekkamtii kenneera. Boordichi, bu’uura Labsii Galmeessaa fi Naamusa Paartilee…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni meeshaalee diriirsa bishaan dhugaatii birrii miiliyoona 21 olitti tilmaamamu hatan 7… Debela Tadesse Jan 31, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Namoonni meeshalee diriirsaa bu’uuraalee misoomaa bihaan dhugaatii Birri miiliyoona 21 olitti tilmaamaman hatuun shakkaman torba to’annoo jala oolfaman.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Agarsiisa Horsiisee Bultootaa daawwatan Debela Tadesse Jan 31, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa agarsiisa Horsiisee Bultootaa Gaanfa Afrikaa daawwataniiru. Guyyaan Horsiisee Bultootaa Ganfaa Afrikaa mata duree…
Oduu biyya keessaa Hospitaalli Xiqur Ambassaa Oksijiinii oomishuu jalqabe Debela Tadesse Jan 31, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Hospitalli Ispeesshaalaayizii Xiqur Ambassaa dandeettii ofiin oksijiinii omishuu jalqabeera. Hospitaalichi dandeetti omishaa isaa cimsuun dandeettii…
Oduu biyya keessaa Jilli Ambaasaaddara Indooneezhiyaan durfamuu Yuunivarsiitii Madda Walaabuu daawwate Debela Tadesse Jan 31, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Jilli Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Indooneezhiyaa Al Busiiraa Basnuuriin durfamuu Yuunivarsiitii Madda Walaabuu daawwate. Daawwannicharratti…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti manneen barnootaa 58 irratti tarkaanfii fudhatame Debela Tadesse Jan 31, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Waajjirri barnoota Magaalaa Shaashamannee manneen barnootaa 58 irratti tarkaanfii fudhachuu ibse. Itti Gaafatamaa Ittaanaan Waajjira Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Riifoormaniin fooyya’iinsa tajaajilaa fi bulchiinsaa dhaabbilee federaalaa 7’tti hojiirra… Debela Tadesse Jan 31, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Riifoormiin fooyya’iinsa tajaajilaa fi bulchiinsaa, dhaabbilee federaalaa torbatti kan hojiirra oolfamu ta’uu Koomishiniin Siviil Sarvisii ibse.…