Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Bakka Bu’aa UNHCR gaggeessan Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen yeroo tajaajilaa isaanii kan xumuran Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa Komishinara Olaanaa Dhimma Godaantotaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoo yeroo addunyaa mudachaa jiru furuuf filmaatawwan furmaataa heddummina bu’uureffatan… Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Rakkoo yeroo addunyaa mudachaa jiru furuuf filmaatawwan furmmataa heddummina bu’uureffatan akka barbaachisu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Godinaalee garagaraattii duulli biqiltuu dhaabuu Ashaaraa Magariisaa itti fufeera Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)-Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti duulli biqiltuu dhaabuu Sagantaa Asharaa Magariisaa Boqonnaa 2ffaan gaggeeffamaa jira. Sagantichi Godina Harargee…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Albuudaa dhaabbilee Warqee oomishaniif deeggarsa aadda akka taasisu ibse Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Ministeerri Albuudaa Dhaabbilee albuuda Warqee oomishaniif deeggarsaa fi hordoffii addaa akka taasisu ibse. Ministirri Ministeerichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti Biqiltuun miiliyoonni 3 ol guyyaa tokkootti dhaabbate Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Magaalaa Shaggaritti biqiltuun gara garaa miiliyoona 3 fi kumni 500 guyyaa har’aa dhaabamuun ibsame. Guyyaa har’aa duulli biqiltuu dhaabuu mata duree…
Oduu biyya keessaa Sosochiin manneen barnootaa kuma 50 ol fooyyessuu gaggeeffamuufi Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Sadarkaa manneen barnootaa fi bu’uuraalee misoomaa manneen barnootaa fooyyessuuf sosochi ummataa Dilbata dhufu akka eegaluu Ministeerri Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Paabilik Dippiloomaasii Jibuutii Ityoophiyatti daawwannaa hojii taasisuufi Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Jilli Paabilik Dippiloomaasii Jibuutii Ityoophiyatti daawwannaa hojii akka taasisuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Dubbii Himaan Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin yaada galtee walitti qabuu sanada imaaammataa Artifiishaal Intalajansii gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii yaada galtee sanada imaaammataa Artifiishaal Intalajansii Biyyaaleessaa qooda fudhatoota irraa walitti qabuu geggeeffama jira.…
Oduu biyya keessaa Gamtichi tumsa Misoomaa Ityoophiyaaf taasisu cimse kan itti fufu ta’uu ibse Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa tumsa misoomaa Ityoophiyaaf taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksise. Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Mariin qaamolee nageenyaa naannolee Beenishaangul Gumuzii fi Amaaraa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Nageenya waaraa naannawichaa itti fufsiisuuf waltajjin marii qaamolee nageenyaa naannolee Beenishaangul Gumuzii fi Amaaraa Magaalaa Chaagniitti…