Karoora waloon misoomuu Itiyoophiyaa biyyoonni deeggaruu qabu-Ambaasaaddaroota
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Karoora waloon misoomuu Itiyoophiyaa biyyoonni deeggaruu qabu malee irraa mormu akka hinqabne biyyoota garaagaraatti Ambaasaddaroonni Itiyoophiyaa ibsan.…