Oduu biyya keessaa Haleellaan gareen Alshabaab qaqqabsiisuuf ture fashalaa’e Sifen Megersa Oct 2, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Haleellaan gareen Alshabaab qaqqabsiisuuf ture Raayyaa Ittisaan fashalaa’uu ibsameera. Garichi naannoo Somaalee aanaa Dolloo Addootti haleellaan…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Bariisoon durfamu aanaa Botor Xollaayitti Boqqoolloo Kilaasteraan misoomaa jiru daawwate Sifen Megersa Oct 2, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Godina Jimmaa aanaa Botor Xollaayitti Boqqoolloo Kilaasteraan misoomaa…
Oduu biyya keessaa Irreechi Faajjii Tokkummaa fi Obbolummaati – Gumii Balal marsaa 34ffaa Sifen Megersa Oct 2, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Mariin Gumii Balal marsaa 34ffaan haala kabaja Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee fi Harsadii bara 2016 irratti gaggeeffamaa jira. Gumiin Balal marsaa…
Oduu biyya keessaa Qorannoon Dizaayinii Pirojektii misooma jallisii Ada’aa-Bachoo xumuramuun ibsame Debela Tadesse Oct 2, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Baasii Birri biiliyoona 4’n kan ijaaramu pirojektii misooma jallisii Ada’aa-Bachoof qorannoon dizaayinii xumuramuu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa…
Oduu biyya keessaa Korporeeshiniichi Magaalaa Adaamaatti Mana Barnoota ijaarsisuuf dhagaa bu’uuraa kaa’e Debela Tadesse Oct 2, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa Bulchiinsaa Magaalaa Adaamaa waliin ta’uun mana barnoota Birrii miiliyoona 100 ijaarsiisuuf…
Fayyaa Fooramiin dargaggoota guddatoo 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Oct 2, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Fooramiin dargaggoota fi dargaggoota guddattootaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Ministeerri Fayyaa qaamolee tumsitootaa waliin ta’uun mata…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin misooma humna namaa fi carraa hojii uumuu Afrikaa 2ffaan gaggeeffama jira Debela Tadesse Oct 2, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Sadarkaa Ardiitti Yaa’iin Misooma Humna Namaa fi Carraa Hojii uumuu Afrikaa 2ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’iichi mata dure…
Oduu biyya keessaa Imaammata Nageenya saayibarii biyyaalessaarratti mari’atame Debela Tadesse Oct 2, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)-Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo wixinee “Imammata nageenya Saayibarii biyyaalessaa” irratti qaamolee garaagaraa waliin mari’ateera. Maricharratti,…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Godina Beenchii Shakkoo daawwatan Sifen Megersa Oct 1, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Uummattoota Kibbaa Lixaa Itiyoophiyaatti Godina Beenchii Shakkoo daawwataniiru. Qaama maaddii biyyaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa lakkoofsa balallii torbeen gara Landanitti taasisu ol guddise Sifen Megersa Oct 1, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa lakkoofsa balallii torbeen yeroo 7 gara Landanitti taasisu ture 10 ol guddisuuf qophii xumuruu ibseera. Sadaasa 11,…