Idil Addunyaa Hinditti Balaa Baaburaa qaqqabeen lubbuun namoota 288 darbe Sifen Megersa Jun 3, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Hinditti Balaa Baaburaa qaqqabeen lubbuun namoota 288 darbuu dhaga’ameera. Bahaa Hindii Kutaa Bulchiinsaa Odiishaattii balaa Baabura 3 gidduutti…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin Dargaggoota Oromiyaa Bulchiinsaa Magaalaa Shaggaritti gaggeeffama jira Sifen Megersa Jun 3, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Konfiransiin Dargaggoota Oromiyaa 13ffaan Bulchiinsaa Magaalaa Shaggar 1ffaan gaggeeffama jira. Konfiransiin Dargaggoota oromiyaa 13ffaan Magaalaa…
Ispoortii Atleet Siimboo Alamaayyoo dorgommii Daayimand Liigii gufachiisa meetira kuma 3 injifatte Sifen Megersa Jun 3, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) –Atleet Siimboo Alamaayyoo dorgommii daayimandi Liigii gufachiisaa meetira kuma 3 marsaa 3ffaaf eda galgala Xaaliyaanii magaalaa Filoorensitti dorgomame…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti dhaabbileen garaagaraa kan dhaaban biqiltuuwwan kuma 800 ol qophaa’aniiru jedhame Debela Tadesse Jun 2, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf Magaalaa Finfinneetti dhaabbilee garaagaraan kan dhaabaman biqiltuuwwan kuma 800 ol qophaa’uu Giddugalli…
Oduu biyya keessaa Eebbifamoo Abunee Maatiyaas Emireetoota Araba Gamtoomaniitti Ministira Sabdaneessaa Sheek Nahaayaan… Sifen Megersa Jun 2, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC) – Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Ityoophiyaa eebbifamoo Abunee Maatiyaas Emireetoota Araba Gamtoomaniitti Ministira Sabdaneessaa Sheek…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti sosochii “Ityoophiyaan haa oomishtuun” indaastiriiwwan 120 ol irraa deebiin hojii… Debela Tadesse Jun 2, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Sababa garaagaraatiin hojii dhaabanii kan turan indaasturiiwwan 120 ol sosochii “Ityoophiyaan haa oomishtuutiin” irra deebiin gara hojiitti seenuu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Godaantoota Ityoophiyaatti argamaniif deeggarsi Doolaarri miiliyoonni 25 gaafatame Sifen Megersa Jun 2, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC) – Dhaabbata Godaantootaa Idil Addunyaatti Dameen Ityoophiyaa Godaantoota Ityoophiyaatti argaman kuma 189f kan oolu deeggarsa Doolaara miiliyoona 25…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hayyoota Afrikaa – Chaayinaa 12ffaan Chaayinaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 2, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC) – Yaa’iin Hayyoota Afrikaa - Chaayinaa 12ffaan Chaayinaa magaalaa Zyiinuwaatti gaggeeffamaa jira. Yaa’icharratti hayyoonni biyyoota 45 irraa walitti…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin kalaqa hojii biyyaalessaa 4ffaan “Abdii Ityoophiyaa” jedhu Caamsa 28 eegala Debela Tadesse Jun 2, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Dorgommiin kalaqaa hojii biyyalessaa 4ffaan “Abdii Ityoophiyaa” jedhu Caamsa 28, 2015 akka gaggeeffamu eegalu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Hojmaanni bittaa kurmaana dhumaa raawwatamu hambisu hojiirraa ooluufi Debela Tadesse Jun 2, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Dhaabbileen mootummaa kurmaana dhumaa waggaarratti bittaawwaan raawwatan hambisuuf homaanni tumsu bara dhufuu eegalee guutummaatti hojiirra kan oolfamu…