Godaantoonni Itiyoophiyaa 125 Jibuuttirraa gara biyyaatti deebifaman
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Godaantonni lammiilee Itiyoophiyaa 125 Jibuuttirraa gara biyyaatti deebifamaniiru.
Godaantoota kanneen Dhaabbata Godaantoota Idil Addunya waliin ta’uun…