Oduu biyya keessaa Dhaabaa fi Marqaa Kormaa …. Sifen Megersa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Dhaabaa fi Marqaan Kormaa akaakuu nyaata aadaa Ayyaana Masqalaaf qophaa'aan keessaa isaan tokkoodha. Oromoon Tuulamaa Ayyaana Ifa Birraa/Masqalaa…
Oduu biyya keessaa Qabeenya beelladaa sirnaan fayyadamuuf hojjetamaa jira – Minissteera Qonnaa Sifen Megersa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan qabeenya beelladaa hedduu qabdu haala terknooloojii giddugaleeffateen bu'aa irraa argachuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhe…
Oduu biyya keessaa Godinichatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbe Sifen Megersa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) - Godina Kibba Walloo Aanaa addaa naannawaa Daseetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbe. Konkolaataan deddeebisa ummataa imaltoota fe'ee…
Oduu biyya keessaa Daandiin Roobee Seeruu geessu suphamuu dhabuun hawaasa komachiise Sifen Megersa Sep 23, 2025 0 Finfinnee Fulbaana 13, 2018 (FMC) - Godina Arsiitti daandiin Aspaaltii gara aanaalee Roobee fi Seeruu geessu ciccituun dafee suphamuu dhabuun hawaasa komachiiseera. Daandichi gara magaalaa…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti pirojektiin jallisii Finnaa Birrii miiliyoona 400 oliin ijaarame eebbisiifame Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Godina Jimmaa aanaan Botor Xoollaayitti pirojektiin jallisii Finnaa Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 6 oliin ijaarame eebbisiifameera. Pirojektiin…
Ispoortii Maaduukeen baatiiwwan lamaaf dirree irraa ni fagaata Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa Arseenaal Noonii Maaduukeen sababa miidhaan baatiiwwan lamaaf dirree irraa akka fagaatu dhagahameera. Taphatichi tapha…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Eegumsa Galaanarraa fi Daangaawwan isaa Hara Nigaat irratti hojii eegale Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Komiishinarri Jeneraalaa Komiishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’el Poolisiin Eegumsa Galaanarraa fi Daangaawwan isaa Hara Nigaat irratti…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa cichoominaa fi hafuura waltumsaan kan dhaabbate seenaa dhugaa uummattoota… Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) - Eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun hiriira deggersaa fi gammachuu ibsannaa naannoo Sidaamaatti geggeeffame ilaalchisee Ministirri Muummee Itti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni jijjiirraa baraa sablammii Gaamoo ‘ Yoo Masqalaan’ kabajamaa jira Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) – Ayyaanni jijjiirraa baraa sablammii Gaamoo ‘ Yoo Masqalaan’ magaalaa Aarbaa Minicitti kabajamaa jira. Ayyaanichi ayyaana jijjiirraa baraa qofa osoo hin…
Ispoortii Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Finfinnee gale Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) - Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa turerratti hirmaate Finfinnee…