Oduu biyya keessaa Nageenyi Ajandaa Walooti- Obbo Binnaalf Andu’aalam Ayana Dheressa Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015(FBC)- Yaa’iin hundeeffama Mana Maree Nageenya Biyyaalessaa gaggeeffamaa jira. Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaal Andu’aalam yaa’icharratti argamuun…
Oduu biyya keessaa Yuuniiseef Birrii miiliyoona 9.3 naannoo Beenishaanguul Gumuziif deeggarsa taasiise Sifen Megersa Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) – Dhaabbanni deeggarsa Daa’immanii Idil addunyaa naannoo Beenishaanguul Gumuziitti suphaa dhaabbilee bishaanii sababa waraanaan barbadaa’aniif kan oolu…
Teeknooloojii Yaa’iin Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa 17ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Ayana Dheressa Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015(FBC)- Yaa’iin Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa 17ffaan guyyaa har’a magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa’ichi galma Dhaabbata Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Mala aadaan kanneen albuuda baasan diinagdee idilee ijaaruutti akka ce’an tumsuuf ni hojjenna-Inj.… Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Mala aadaan albuuda kanneen oomishan diinagdee idilee ijaaruutti akka ce’an tumsuurratti ni hojjenna jedhan Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar…
Oduu biyya keessaa Albuudni qabnu misoomee dinagdee biyyaaf akka ooluuf xiyyeeffannaan hojjachuu barbaachisa-Obbo… Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Albuudalee hedduu qabnu misoomee dinagdee biyyaaf akka ooluu taasisuuf xiyyeeffannaan hojjachuu barbaachisa jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Naannoo…
Oduu biyya keessaa Artisti Alii Birraa kan ittiin yaadatamu bulchiinsi magaalichaa ni qopheessa-Aadde Adaanech Abeebee Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Sagantaan yaadannoo Artisti Alii Birraa Galma Tiyaatiraa fi Aadaa Bulchiinsaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera. Sagantaa yaadanno kanarratti…
Oduu biyya keessaa Inisheetiviiwwan qamadii milkeessuuf sanyiiwwan 126 baay’isuurratti… Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Inisheetiviiwwan qamadii jallisii ta'ee karoora alergii akka milkeessuuf sanyiiwwan qamadii 126 ta'an baay'isuurratti xiyyeeffannoon hojjachaa jiraachuu…
Ispoortii Beeljiyam 0-2 Morookoo xumurame Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan taphni Beeljiyamii fi Morookoo gidduutti gaggeeffameen Morokoon Beeljiyamiin 2 fi 0'n injifatte. Tapha morkii cimaan…
Oduu biyya keessaa Ittaanaan Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Lii Juunhuwaa Finfinnee galan Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Ittaanaan Barreessaa olaanaa Dhimmoota Diinagdee fi Hawaasummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Lii Juunhuwaa Ityoophiyaan kan keessummeessituu Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebee raawwii karooraa guyyoota 90 Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa daawwatan Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee raawwii karooraa guyyota 90 Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa daawwatan. Aadde Adaanech…