Oromiyatti bara kana barattoota miiliyoona 7.5’f nyaata dhiyeessuuf karoorfame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2016 barattoota miiliyoona 7.5'f manneen barnootatti nyaata dhiyeessuuf karoorfamuu Biiroon Barnoota Oromiyaa…