Oduu biyya keessaa Kitaabni seenaa Artisti Usmaayyoo Musaa eebbifame Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)-Kitaabni seenaa Artistii fi Qabsaa'aa Oromoo Usmaayyoo Musaa guyyaa har'aa Hoteela Intarnaashinaalii Ililliitti eebbifame. Artisti Usmaayyoo Musaa mirgaa…
Idil Addunyaa Kooriyaa Kibbaatti heelikooftarri kufuun lubbuun namootaa darbe Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Kooriyaa Kibbaa bulchiinsa Yaangiyaangii fi Gaangiwoonitti baalaa ibiddaa bosonaa mudate dhaamsuurraa kan ture heelikooftarri kufuun lubbuun namootaa 5…
Biiznasii Baankiin Oromiyaa hojiilee baankii idil addunyaan sharafa alaa Doolaara miiliyoona 279 argachuu ibse Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)-Baankiin Oromiyaa bara 2014 hojiilee baankii idil addunyaan sharafa alaa Doolaara miiliyoona 279.4 argachuu beeksise. Kunis kan bara darbee yeroo…
Oduu biyya keessaa Erga waliigaltee nageenyaa as Naannoo Tigraayitti midhaan nyaanni meetirik toonii kuma 32… Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Mootummaa fi ABUT gidduutti waliigaltee nageenyaa mallataa’een booda Naannoo Tigraayitti midhaan nyaataa meetirik toonii kuma 32 fi bob’aan liitirri kuma…
Oduu biyya keessaa Torbanoota sadiif leenjiin dippilomaatotaaf kennamaa ture xumurame Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)-Leenjiin dippilomaatota angafootaa fi dargaggoota Ityoophiyaa biyyoota garaagaraatti bakka bu’aniif Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaattii torbanoota sadiif…
Ispoortii Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoota eegamantu taphatamu Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa har’as itti fufee kan taphataman yoo ta'u, ramaddii 4’n taphoonni ramaddii 2ffaa ni taphatamu. Haaluma kanaan ramaddii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaarraatti sagantaan ‘Maaddii Madaalawaa’ beeksisuu gaggeeffame Debela Tadesse Nov 27, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)-Naannoo Amaaraa Godinaa Saba Awwii Magaalaa Chaangitti sagantaan ‘Maaddii Madaalawaa’ beeksisuu gaggeeffameera. Kaayyoon sagantaa ‘Maaddii madaalawaa’…
Oduu biyya keessaa Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viintoo Gireey Sarfi Finfinnee galan Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viintoo Gireey Sarfi yaa'ii Intarneetii idil addunyaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Viintoo Gireey…
Ispoortii Faransaay goolii 2 fi 1n Deenmaarki injifatte Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Faransaay Deenmaarki goolii 2 fi 1n injifateerti. Shaampiyoonaan Waancaa Addunyaa 2018 Faransaay…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Aarbaan abbootii qabeenyaa naannichaa waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan hojiilee misoomaa hojjetamaa jiruu fi rakkoolee muudataa jiran ilaalchisee abbootii qabeenyaa naannichaa…