Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Muusaa Faakii waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Dura taa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii waliin…
Oduu biyya keessaa Poorchugaal 3 – 2 Gaanaa Sifen Megersa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa Poorchugaalii fi Gaanaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Poorchugaaliin xumurameera. Poorchugaal goolii 3 fi 2n Gaanaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa tumsa diinagdee cimsuuf mari’atan Sifen Megersa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabra Masqal Caalaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kooriyaa Kibbaa Kaan Soonkiiy…
Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Warshaa Faarmaasiyuutikaalaa Saansheeng daawwatan Ayana Dheressa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Warshaa Faarmaasiyuutikaalaa Saansheeng Zoonii Indaastirii Magaalaa Duukamitti argamu daawwatan.…
Oduu biyya keessaa Biirichi iddoowwan hojii fayyadamtootaaf carraan dabarsee kenne Ayana Dheressa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Biiroon Hojii Misooma Indaastiriifi Intarpiraayizii Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii iddoowwan hojii garaagaraa fayyadamtootaaf carraan dabarsee kennuu…
Ispoortii Uraagaay 0 – 0 Kooriyaa Kibbaa Ayana Dheressa Nov 24, 2022 0 Finfinee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Taphni Waancaa Addunyaa 22ffaan Uraagaayiifi Kooriyaa Kibbaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame. Tapha gareen lameen istaadiyeemii…
Oduu biyya keessaa Rakkoo jijjiirama qabeenya qilleensaaf furmaata barbaaduun barbaachisaadha- Obbo Umar Huseen Ayana Dheressa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Jijjiiramni qabeenya qilleensaa Afrikaaf dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu waan ta’eef rakkichaaf furmaata barbaaduun barbaachisaa ta’uu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Fiqaaduun durfamu Shawaa Lixaatti sochii misoomaa daawwate Sifen Megersa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaan Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu sochii misoomaa Godina Shawaa Lixaa daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaar Baacaan gita isaanii Sudaan waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaaddaarri Ityoophiyaa Baacaa Dabaaleen gita isaanii Sudaan Kamaal Gubraa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru. Haala waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Warshaan Simmintoo Darbaan Dhaabbata Chaayinaa Siinoomaa Intarnaashinaal Injinariing Giruup waliin… Ayana Dheressa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Warshaan Simmintoo Darbaan Piroojektii babal’ina warshichaarratti waliin hojjechuuf Dhaabbata Chaayinaa Siinoomaa Intarnaashinaal Injinariing Giruup waliin…