Oduu biyya keessaa Pireezidanti Shimallis Inisheetiivii Ruuzii eegalchiisan Debela Tadesse Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa Inisheetiivii Ruuzii Godina Buunnoo Beddelleetti eegalchiisan. Sirna jalqabsiisaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Waajjira Tajaajila Pirojektii DHMG waliin hojjechuuf waligaltee mallattesse Debela Tadesse Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Ministeerri Jaallisii fi Naannawwaa Gammojji Waajjira Tajaajila Pirojektii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin tumsaan hojjechuuf sanaada…
Oduu biyya keessaa Himatamtoota Gaambeellaatti lammiilee nagaa ajjeesuun himataman 15 irratti ragaa dhaggeeffachuuf… Sifen Megersa Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) –Ajjeechaa lammiilee nagaarratti haala suukaneessaan naannoo Gaambeellaatti raawwatameen walqabatee komishinaroota poolisii fi ajajoota humna addaa…
Oduu biyya keessaa Xaa’oon biyyee meetirik tooniin kumni 20 fi 411 ol biyya keessaatti geejjibsiifame Debela Tadesse Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- gGuyyaa kaleessaa xaa’oon biyyee meetirik tooniin kumni 20 fi 411 ol gara biyyaatti geejjibsiifamuun eerame. Xaa’ichi konkolaattoota 439 fi baaburaan…
Ispoortii Dhalattuu Ityoophiyaa Urjii Garee Biyyoolessaa Dubartoota Ameerikaa -Naa’oomii Girmaa Sifen Megersa Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Dhalattuun Ityoophiyaa Naa'oomii Girmaan tapha Waancaa Addunyaan Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyoolessaa Ameerikaa waliin ga'umsa guddaa agarsiisaa…
Oduu biyya keessaa Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaaf deeggarsa dabalataa Doolaara miiliyoona 1.5 taasiste Debela Tadesse Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaatti deeggarsaa namoomaaf kutaalee hawaasaa garaagaraaf kan oolu deeggarsa dabalataa Doolaara miiliyoona 1.5 taasiste…
Fayyaa Koolleejjin Saayinsii Fayyaa Yuunivarsiitii Finfinnee Dhaabbata “Safe Child” waliin waliigaltee… Debela Tadesse Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitii Finfinneetti Koolleejjin Saayinsii Fayyaa Hospitaala Xiqur Ambassaa dhaabbata Israa’eel “Safe Child” waliin tajaajilaa wal’aansa onnee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegaleera. Pireezidaantiin naannichaa Obbo Awwal Aarbaan gabaasa raawwii hojii bara baajataa 2015…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Gumuz yaa’ii idilee 16ffaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Gumuz yaa’ii idilee 16ffaa bara hojii 9ffaa waggaa 5ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’iichi guyyoota sadiif kan turu…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Haramayyaa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qoraman simachaa jira Sifen Megersa Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Haramayyaa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qoraman kuma 17 ol simachaa jiraachuu ibsameera. Barattoonni saayinsii…