Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin daawwannaa hojii guyyoota lamaaf Finfinnee galaniiru.
Joorjiyaa Meelooniin wayita Buufata Xiyyaara…