Ispoortii Saalaaddiin Sa’iid tapha dhaabe Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Kilaboota Kubbaa Miilaa garaagaraa fi Garee Biyyaalessa Ityoophiyaa waggoota hedduuf tajaajilaa kan ture Saalaaddiin Sa’iid taphaa dhaabuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Waldaan Ogeeyyii diinagdee yaa’ii idil addunyaa 20ffaa gaggeessuu eegale Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Waldaan Ogeeyyii diinagdee Ityoophiyaa yaa’ii idil addunyaa 20ffaa gaggeessuu eegale. Sirna baniinsa yaa’ichaarratti Bulchaan Baankii Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Amb. Dhaabaa Dabaleen Jaappaanitti Ambaasaaddara Ruwaanda waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Jaappaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dhaabaa Dabaleen Jaappaanitti Ambaasaaddara Ruwaanda Ernaasti Ruwamusiiyu waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Qullubbii Gabreeliin nagaan akka kabajamuuf qophii barbaachisaan xumuramuun ibsame Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Ayyaanni Waggaa Qullubbii Gabreelii Nagaan kabajamee akka xumuramuuf qophiin barbaachisaan tasifamuu Humni Waloo Nageenyaa Bahaa Itoophiyaa Beeksisee.…
Oduu biyya keessaa Doolaara miiliyoona 730’n fooyyessi sarara Finfinnee-Jibuutii taasifamuufi Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Sarara Finfinnee-Jibuutii irratti fooyya'iinsi olaanaan Doolaara miiliyoona 730’ taasifamuufi jedhame. Kunis walitti hidhamiinsaa Gaanfaa Afrikaa fi…
Oduu biyya keessaa Boorana Bahaatti oomishni Qonna Arfaasaa walitti qabamaa jira Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Godina Boorana Bahaatti Qonna Arfaasaatiin misoomee walitti qabamaa jiraachuun eerame. Godinichaatti Qonna Arfaasaa baranaan lafti heektaarri kuma 111…
Biiznasii Sirna kaffaltii elektirooniksiin bittaa fi gurgurtaan boba’aa Birrii biiliyoona 71 olii gaggeeffame Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)-Bara baajataa xumurameetti sirna kaffaltii elektirooniksiin bittaa fi gurgurtaan boba’aa Birrii biiliyoona 71 raawwatamuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Yuukireen waliin bilbilaan mari’atan Debela Tadesse Jul 20, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Yuukireen Voloodmiir Zalaniskii waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Fayyaa Namoonni 81 tola ooltummaan qaroo ija isaanii arjoomuuf waadaa galan Debela Tadesse Jul 20, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 13 ,2015 (FBC)- Namoota argisiisa fayyaa gaggeeffamaa jiru daawwatan keessaa 81 tola ooltuumman qaroo ija isaanii arjoomuuf waadaa galaniiru. Argisiisni Fayyaa Godaa…
Oduu biyya keessaa Biqiltuuwwan dhaabaman hordofuun itti gaafatama lammiilee Ityoophiyaa hundaati-Mootummaa Debela Tadesse Jul 20, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Biqiltuuwwan dhaabaman hordofuun itti gaafatama lammiilee Ityoophiyaa hundarraa eegamu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilichi…