Waajabila Faanaa Dhimma Kormaa lukkuu mana murtii waldhaabe Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Kaaba Naayijeeriyaa Magaalaa Kaanoo keessatti “Kormaan Lukkuun iyyuun hirriba na dhowwe” jechuun ollaan walii mana murtii waldhaabaniiru. Manni…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Adam Faaraahin duramu Ministira Dhimma Alaa Jibuutii waliin mari’ate Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Ministira Dhimma Alaa Jibuutii Mahaammad Alii Yuusuuf waliin mari’ateera.…
Oduu biyya keessaa Sochii geejjiba lafarraa gara Tigraayi eegalchiisuuf mari’atame Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Sochii geejjibaa lafarraa gara Naannoo Tigiraayitti irra deebiin eegalchiisuuf hoggantoota bulchiinsaa yeroo naannichaa dhimmichi ilaallatu waliin…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin dureewwan Afrikaa yaa’ii Raashiyaa-Afrikaarratti akka hirmaatan afeeran Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin dureewwan biyyoota Afrikaa yaa’ii Raashiyaa-Afrikaa Seenti Peetisbargitti gaggeeffamurratti akka…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Muummee Ministiraa Dhaabbilee Piroejktii “Maaddii Dhalootaaf” tumsa taasisan… Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Waajjirri Muummee Ministiraa Dhaabbilee Piroejktii “Maaddii Dhalootaaf” tumsaa taasisan galateeffate. Dhaabbilee fi qaamolee tumsaa taasisanii fi…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech jiraattota naannawaa Filuwaatii sababa misoomaa laggeeniin kaafamaniif manneen ni… Debela Tadesse Apr 6, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jiraattota naannawaa Filuwaatii sababa misoomaa laggeeniin kaafamaniif har’a manneen ni dabarsu.…
Biiznasii Baankichi hanga kaffaltii kaappitaala gadi aanaa dhaabbilee maayikiroo faayinaansii gara Birrii… Ayana Dheressa Apr 5, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Baankiin Biyyaalessaa hanga kaffaltii kaappitaala gadi aanaa dhaabbilee maayikiroo faayinaansii Birrii miiliyoona 50 irraa gara Birrii miiliyoona 75’tti…
Oduu biyya keessaa Hojii Riifoormii hojjetameen dhaabbileen qabiyyeefi bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa jala… Ayana Dheressa Apr 5, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Hojii Riifoormii diinagdee biyya keessaan hojjetameen dhaabbileen qabiyyeefi bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa jala jiran bu’aa qabeessa ta’uu…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Raashiyaa Invastimantiin Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dawaatti bobba’uuf fedhii… Ayana Dheressa Apr 5, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Dhaabbileen oomishtoota konkolaataa Raashiyaa hojii invastimantiin Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dawaatti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ityoophiyaatti Daayrektara Olaanaa duraanii Dhaabbata Nyaataa Addunyaa galateeffatan Ayana Dheressa Apr 5, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ityoophiyaatti Daayrektara Olaanaa duraanii Dhaabbata Nyaataa Addunyaa Deevid Beeslii galateeffataniiru. Muummeen…