Waajabila Faanaa Hoolaa ilmoolee shan dhalte Debela Tadesse Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa Godina Kafaa Aanaa Adiyyootti hoolaan tokko ilmoolee shan dhaluun gabaafame. Hoolaan kun sanyii hoolaa Boogaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Somaaliyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Somaaliyaa Abshiir Omar Jamaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Giifti Duree Warshaa Daakuu fi Daabboo Harariitti ijaarsise eebbifame Debela Tadesse Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Waajjirri Giifti Duree Warshaa Daakuu fi Daabboo 7ffaa Magaalaa Harariitti ijaarsise eebbifamuun tajaajilaaf namaa ta’e. Sirnicharratti Giiftii Duree…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftootaa Gamtaa Afrikaa 43ffaan gaggeeffamuu eegale Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) –Yaa’ii Idileen Ministiroota Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 43ffaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jira. Jilli Itti Aanaa Muummee…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Poolisii Oromiyaa Humna Addaa Poolisii Idileetti makaman eebbisiise Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Komishiniin Poolisii Oromiyaa Humna Addaa duraanii Poolisii Idileetti makaman leenjisaa ture eebbisiiseera. Komishinichi Miseensota Humna Addaa…
Idil Addunyaa Kaabaa Awurooppaatti ‘’Dambaliin hoo’aa‘’ babal’achaa dhufuun ibsame Debela Tadesse Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Biyyoota Kaaba Awurooppaa fi Kaaba Dhiha Afrikaatti hoo’i olaanaan babal’achaa jiraachuun ibsameera. Guyyoottan dhufan keessatti biyyoota Kaaba…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Bahirdaaritti piroojektiin Bishaan dhugaatii jiraattoota kuma 147 tajaajilu eebbifame Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Magaalaa Bahirdaaritti piroojektiin Bishaan dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona 650 hojjetame eebbifameera. Piroojektiin kun deeggarsa maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ijipti waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ijipti Abdulfattaahi Alsiisii waliin mari'ataniiru. Dhimmoota hariiroo waloo fi…
Oduu biyya keessaa Buraayyuutti balaa ibiddaa mudateen suuqiiwwan 13 barbadaa’an Debela Tadesse Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuutti manneen daldalaarra balaa ibiddaa qaqqabe to’atameera. Balichi manneen tajaajila daldalaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti manneen barnootaa sadarkaa gadi ta’an 12 cufaman Debela Tadesse Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Manneen barnootaa sadarkaa gadii ta’an 12 irratti tarkaanfii fudhachuu Abbaan Taayitaa To’annoo Qulqullinaa Leenjii fi Barnootaa Magaalaa Finfinnee…