Oduu biyya keessaa Pireezidantiin Biraaziil Ityoophiyaa daawwachuufi Debela Tadesse Jun 13, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Da Silvaa Ityoophiyaa daawwachuuf ta’uun ibsame. Pireezidaantichi dawwannaan Ityoophiyaatti taasisan Biraaziil…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Daataa Afrikaa Wingu Doolaara miiliyoona 50’n ijaarame eebbifame Debela Tadesse Jun 13, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-Ityoophiyaatti Giddugalli Daataa Afrikaa Wingu Doolaara miiliyoona 50’n ijaarame eebbifame. Sirna eebbaa Finfinneetti gaggeeffame irratti Ministira…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa dabaltee Biyyoonni miseensa IGAD Jeneeraloota waraanaa Sudaan lameen waliin ni… Debela Tadesse Jun 13, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 6 ,2015 (FBC)- IGAD haalaa yeroo Sudaan furuuf Ityoophiyaa dabalatee Biyyoonni Miseensa Dhaabbata Mootummoota Baha Afrikaa guyyootan 10‘n dhufan keessatti Jeneraal…
Oduu biyya keessaa Mariin hoggantoota Sadarkaa Fedeeralaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 13, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii hoggantoota Sadarkaa Fedeeralaa Magaalaa Suluultatti gaggeeffamaa jira. Koree gidduu galeesaa paartii badhadhinaa kallattii ka’een…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Eegumsa Naannawaa kabajame Debela Tadesse Jun 13, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Guyyaan eegumsa naannawaa akka Addunyaatti yeroo 50ffaaf akka Ityoophiyaatti yeroo 31ffaaf dhaadannoo "Furmaata Faalama Pilaastikaaf" jedhuun Magaalaa…
Oduu biyya keessaa IGAD Aangoo Dooktar Warqinaa Gabaayyoo waggoota 4’f dheeresse Debela Tadesse Jun 13, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD ) Dooktar Warqinaa Gabaayyoo waggoottan arfan dhufaaniif Barreessaa Olaanaa Dhabbaticha ta’uun akka…
Oduu biyya keessaa Amb.Tafarraa Darriboon Dura Taa’aa Garee Inarjii Albuudaa Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jun 13, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Ambaasaaddar Tafarraa Darriboon Dura Taa'aa Garee Inarjii Albuudaa Chaayinaa Zhing Zhi Peengi waliin Ityoophiyaatti karaalee hojiilee invastimantiirratti…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii hooggansaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale Debela Tadesse Jun 13, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-Waltajjiin marii hooggansaa Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera. Waltajjiin kun kallattii koreen hojii raawwachiiftuu fi Koree…
Oduu biyya keessaa Mariin Hoggantootaa Sadarkaa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 13, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Waltajjiin hoggantoota Paartii Badhaadhinaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mata duree “Kalaquu fi saffisuu” jedhuun gaggeeffamaa jira. Marichii…
Oduu biyya keessaa KNFMO Sirna qabeenya beeksisuu fi galmeessuu gara dijitaalaatti jijjiiruufi Debela Tadesse Jun 13, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiya sirna qabeenya beeksisuufi galmeessuu ammayyeessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.…