Oduu biyya keessaa Dooktar Moggaa Firrisaan boqotan Sifen Megersa Jul 14, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Dooktar Moggaa Firrisaan addunyaa kanarraa du’aan boqotan. Qabsaa’aan gameessi seenaa qabsoo Oromoo keessatti gumaacha guddaa qabanii fi hundeessaa fi…
Oduu biyya keessaa Barri Baajataa 2017 bara milkaa’inaati –Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Jul 14, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) –Barri Baajataa 2017 bara cichoominaa fi milkaa’inaati jedhan Pireezidaantii itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah. Paartiin Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 9ffaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Jul 14, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 9ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira. Manni marichaa qaboo yaa’ii, yaa’ii ariifachiisaa…
Ispoortii Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa gara Naayijeeriyaa Abuukuutaatti imale Ayana Dheressa Jul 14, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2017( FMC)- Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa umrii waggaa18 fi 20 gadiirratti hirmaachuuf gara Naayijeeriyaa Abuukuutaatti…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii bara 2017 gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jul 14, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii xumuraa bara 2017 magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeessuu eegaleera. Waltajjicharratti Pireezidaantii itti aanaa…
Ispoortii Cheelsiin Shaampiyoonaa Kilaboota addunyaa ta’e Sifen Megersa Jul 14, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Dorgommii Kilaboota Addunyaa yeroo jalqabeef gaggeeffameen Cheelsiin Shaampiyoonaa ta'eera. Cheelsiin galchii 3 fi 0n PSG injifachuun Shaampiyoonaa…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaarii hordofee Dooktar… Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Du'aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaarii hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin boqotan Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin umrii waggaa 82ffaa isaaniitti addunyaa kanarraa du'aan boqotan. Muhaammaduu Buhaariin…
Oduu biyya keessaa Rakkoo qulqullina Barnootaa mudate furuuf mootummaan bu’uura boruurratti hojjetaa jira Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Rakkoo qulqullina Barnootaa mudate furuuf mootummaan bu'uura boruurratti hojjetaa jira jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa. Daa'imman miiliyoonni 2 ol…
Oduu biyya keessaa Gareen Shubbisa Aadaa Aandi Itiyoophiyaa dorgommii Shubbisa Faanaa 80 injifate Sifen Megersa Jul 13, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Torbeewwan saglan darbaniif dorgomamaa kan ture dorgommiin shubbisa Faanaa 80 olaantummaa garee shubbisa Aadaa Aandi Itiyoophiyaan xumurame. Dorgommichi…