Ispoortii Itiyoophiyaa 0 – 3 Ugaandaa Sifen Megersa Nov 30, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Taphoota gulaallii waancaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii tapha walakkaa xumuraan Itiyoophiyaan Ugaandaan injifatamte. Ugaandaan galchii 3 fi 0'n…
Oduu biyya keessaa Agarsiisa qilleensaarraa guyyaa hundeeffama humna qilleensa waggaa 90ffaa sababeeffachuun… Sifen Megersa Nov 30, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) –Guyyaa hundeeffama humna qilleensa waggaa 90ffaa sababeeffachuun Agarsiisa qilleensaarraa dhiyeessuuf qophiin taasifamaa jira jedhan Ajajaa Olaanaan Humna…
Oduu biyya keessaa Ummanni Itiyoophiyaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa umrii waggaa 17 jajjabeessuu qabu –… Sifen Megersa Nov 30, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii har'a gita isaa Ugaandaa waliin taphni walakkaa xumuraa taphatan ni eegama. Ummanni…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Sabootaa, Sablammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa guyyaa boruu Oromiyaatti kabajamu Sifen Megersa Nov 30, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) - Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa Maraa 20ffaa akka naannoo Oromiyaatti guyyaa boruu Magaalaa Buleee Horaatti kabajamu…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Sabootaa, Sablammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa guyyaa boruu Oromiyaatti kabajamu Sifen Megersa Nov 30, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) - Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa Maraa 20ffaa akka naannoo Oromiyaatti guyyaa boruu Magaalaa Buleee Horaatti kabajamu…
Ispoortii Atileet Geetaanee Moollaan fiigicha guddaa daandirraa Magaalaa Bishooftuu injifate Sifen Megersa Nov 30, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) –Atileet Geetaanee Moollaan fiigicha Guddaa Daandiirraa Kiiloomeetira 10 Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffame injifate. Fiigichi kun mata duree ''Guddina…
Ispoortii Waggoota 22 booda waltajjii Waancaa Afrikaatti deebi’uuf falmii guddaa Itiyoophiyaan Ugaandaa… Sifen Megersa Nov 30, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Qopheessummaa Itiyoophiyaan taphatamaa kan jiru taphoonni gulaalii waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa xumuramuuf guyyoota 4 qofatu hafe.…
Ispoortii Morkii kilaboota Landan har’a Cheelsiin Arsenaal keessummeessu Sifen Megersa Nov 30, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 13ffaan taphni har'aCheelsiin Arsenaal keessummeessu xiyyeeffannoo olaanaa argateera. Kilaboonni lamaan…
Oduu biyya keessaa Badhaadhina Itiyoophiyaaf bu’uura kaa’uuf sadarkaa walfakkaataan ariifachuu qabna- Dooktar Abiy… Ayana Dheressa Nov 29, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad badhaadhina Itiyoophiyaaf bu’uura kaa’uuf sadarkaa walfakkaataan ariifachuu qabna jedhan. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Har’a beekuun egeree haalaan tilmaamuuf gargaara- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Nov 29, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a beekuun egeree ijaaruuf qofa osoo hin taane haalaan tilmaamuuf gargaara jedhan. Ministirri Muummee…