Ambaasaaddar Tarrafaa Darriboo Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tarrafaa Darriboo Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa Zhi Biingi waliin mari’ataniiru.…