Seeraan ala Puuntilaanditti kan godaanan Ityoophiyaanonni 33 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Waajjirri Qonsilaa Jeneraalaa Ityoophiyaa Puuntilaanditti argamu, Dhaabbata Godaantotaa Idil Addunyaa damee Bosaasoo waliin ta’uun godaantota 33…