Xaannachi kiiloo giraama 20.6 tajaajila baqaqsanii wal’aanuun baafame
Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC)- Maayicawuu Hospitaala Kaarli Lamlamitti haadha tokko keessaa Xannachi kiiloo giraama 20.6 ulfaatu tajaajila baqaqsanii wal’aanuun baafamuun ibsame.…